Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 እጆሌን ቤንያም ገሩ ዬቡሶተ ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራቻ ቱረን ሰነ አቺ ባሱ ህንደንዴኜ፤ ሀመ አማት ዬቡሶን ቤንያሞተ ወጅን እዶ ሰነ ጅራተን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Namoonni Benyaamiin garuu Yibusoota ari'anii Yerusaalem keessaa waan hin baasiniif, isaan hamma har'aatti iyyuu ijoollee Benyaamiinii wajjin Yerusaalem keessa in jiraatu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Ijoolleen Beniyaam garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan sana achii baasuu hin dandeenye; hamma ammaatti Yebuusonni Beniyaamota wajjin iddoo sana jiraatan.

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:21

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy