አቦቲ ሙርቲ 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አኩመ ሙሴን አብደቺሴ ቱሬት ኬብሮን ካሌቢፍ ኬነምቴ፤ እንስ እልማን አናቅ ሰደን አቺ አርኤ ባሴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Akkuma Museen duraan dursee dubbatetti mandara Kebroon Kaalebiif in kennan; inni immoo ijoollee Aanaaq sadan ari'ee in baase*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Akkuma Museen abdachiisee turetti Kebroon Kaalebiif kennamte; innis ilmaan Anaaq sadan achii ariʼee baase. Viz kapitola |