አቦቲ ሙርቲ 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዋቀዮ ነሞተ ይሁዳ ወጅን ቱሬ። ከናፉ እሳን ብየ ጋራ ሰነ ቀበተን፤ ገሩ ሰበቢ ነሞትን ድሬረ ጅራተን ጋሪወን ስቢላ ቀበኒፍ አቺ እሳን ባሱ ህንደንዴኜ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Waaqayyo namoota Yihudaa wajjin waan tureef, biyya gaaraa sana qabachuu in danda'an; garuu warri dachaa keessa jiraatan konkolaataa sibiilaa qabu waan turaniif, ari'anii isaan baasuu hin dandeenye*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Waaqayyo namoota Yihuudaa wajjin ture. Kanaafuu isaan biyya gaaraa sana qabatan; garuu sababii namoonni dirree irra jiraatan gaariiwwan sibiilaa qabaniif achii isaan baasuu hin dandeenye. Viz kapitola |