አቦቲ ሙርቲ 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አከሱመስ ነሞትን ይሁዳ ጋዛ ገንዶተ ናኖሼ ወጅን፣ አሽቀሎን ገንዶተ ናኖሼ ወጅን፣ ኤቅሮን ናኖሼ ወጅን ቀበተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Namoonni Yihudaa itti dabalanii mandaroota Gaazaa, Ashqaloonii fi Eqroon lafa naannoo isaanii jiruu wajjin in qabatan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Akkasumas namoonni Yihuudaa Gaazaa gandoota naannoo ishee wajjin, Ashqaloon gandoota naannoo ishee wajjin, Eqroon naannoo ishee wajjin qabatan. Viz kapitola |