አቦቲ ሙርቲ 1:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ነሞትን ይሁዳ ኦቦሎተሳኒ እልማን ስምኦን ወጅን ዸቀኒ ከነኣኖተ ዜፋት ኬሰ ጅራተን ወራነን፤ መጋለቲስ ጉቱማን ጉቱት በርበዴሰን። ከናፉ መጋለቲን ሆርማ ጄዸምቴ ዋመምቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Namoonni Yihudaas obboloota isaanii namoota Shimi'oonii wajjin gara mandara Zifaat dhaqanii, Kana'aanota achi jiraatan rukutanii mandarattii in balleessan; kanaaf maqaan mandarattii<<Hormaa>> jedhamee waamame*; [<<Hormaa>> jechuun <<Badiisa>> jechuu dha]. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Namoonni Yihuudaa obboloota isaanii ilmaan Simiʼoon wajjin dhaqanii Kanaʼaanota Zefaati keessa jiraatan waraanan; magaalattiis guutumaan guutuutti barbadeessan. Kanaafuu magaalattiin Hormaa jedhamtee waamamte. Viz kapitola |