አቦቲ ሙርቲ 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እሼንስ ዬሮ ገረ ኦትኒኤል ዹፍቴት፣ አከ እን አባሼ ለፈ ቆቲሳ ከዸቱ እሰ ከካፍቴ። ካሌብስ ዮሙ እሼን ሀሬሼራ ቡቴት፣ “አን ማል ሲፍ ጎዹ?” ጄዼ እሼ ጋፈቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Isheen Otnii'el bira yommuu dhufte, inni abbaa ishee biraa maasii akka isheedhaaf kadhatuuf in giddisiifte; yeroo isheen harree irraa buutes Kaaleb,<<Maal feeta?>> isheedhaan jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Isheenis yeroo gara Otniiʼeel dhuftetti, akka inni abbaa ishee lafa qotiisaa kadhatu isa kakaafte. Kaalebis yommuu isheen harree ishee irraa buutetti, “Ani maal siif godhu?” jedhee ishee gaafate. Viz kapitola |