አቦቲ ሙርቲ 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ካሌብስ፣ “አን ነመ ክርያት ሴፌር ሎሌ ቀበቱት እንተለኮ ኣክሳ ነንሄሩምሲሰ” ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Namichi Kaaleb jedhamu immoo,<<Nama Kiriiyat-Seferin rukutee qabatuuf intala koo Aksaa nan kenna>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kaalebis, “Ani nama Kiriyaati Seefer lolee qabatutti intala koo Aaksaa nan heerumsiisa” jedhe. Viz kapitola |