አቦቲ ሙርቲ 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አቺስ ነሞተ ብየ ዴቢር እሼ ዱር ክርያት ሴፌር ጄዸማ ቱርቴ ሰነ ኬሰ ጅራተንት ዱለን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Namoonni Yihudaa Kebroonii ba'anii namoota mandara Debiir keessa jiraatan loluu in dhaqan; maqaan Debiir dur<<Kiriiyat-Sefer>> jedhama ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Achiis namoota biyya Debiir ishee dur Kiriyaati Seefer jedhamaa turte sana keessa jiraatanitti duulan. Viz kapitola |