Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ነሞተ ከነኣን ከኔን ኬብሮን እሼ ዱር ክርያት አርባቅ ጄዸምቱ ኬሰ ጅራተንትስ ዱለኒ ሼሻዪን፣ አሂመኒፊ ተልማይን ሞአተን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Namoonni Yihudaa ammas Kana'aanota mandara Kebroon keessa jiraatan loluudhaaf dhaqanii, namoota Sheshaayi, namoota Ahimaanii fi namoota Talmaayi in ajjeesan; maqaan mandara Kebroon dur<<Kiriiyat-Arbaa>> jedhama ture.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Namoota Kanaʼaan kanneen Kebroon ishee dur Kiriyaati Arbaaq jedhamtu keessa jiraatanittis duulanii Sheeshaayiin, Ahiimanii fi Talmaayin moʼatan.

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy