አቦቲ ሙርቲ 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኤርገ እያሱን ዱኤ ቦዴ እስራኤሎን፣ “ከነኣኖተ ሎሉዻፍ ኤኙ ዱርሴ ኑፍ ሃበኡ?” ጄዸኒ ዋቀዮን ጋፈተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Iyaasuun erga du'ee booddee ijoolleen Israa'el,<<Kana'aanota loluudhaaf nu keessaa Gosi eenyuu dura haa bu'u?>> jedhanii Waaqayyoon in gaafatan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Erga Iyyaasuun duʼee booddee Israaʼeloonni, “Kanaʼaanota loluudhaaf eenyu dursee nuuf haa baʼu?” jedhanii Waaqayyoon gaafatan. Viz kapitola |