Iyyoob 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቀዮስ ሴጠናን፣ “አት ተጃጅላኮ እዮብን ቀልቤፈቴርታ? ነምን እሰ ፈካቱ ቶኮሌ ለፈረ ህንጅሩ፤ እን ነመ ህርእነ ህንቀብኔፊ ቀጄላ፣ ነመ ዋቀ ሶዳቱፊ ሀምነራ ፈጋቴዸ” ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waaqayyos Seexanaan,<<Iyoob garbicha koo irra yaada kee keessee ree>> Biyya lafaa irra namni akka isaatii hin jiru, inni hir'ina kan hin qabne, nama qajeelaa, nama ana Waaqayyoon sodaatu, waan hamaa irraas goruu dha>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqayyos Seexanaan, “Ati tajaajilaa koo Iyyoobin qalbeeffatteertaa? Namni isa fakkaatu tokko illee lafa irra hin jiru; inni nama hirʼina hin qabnee fi qajeelaa, nama Waaqa sodaatuu fi hammina irraa fagaatee dha” jedhe. Viz kapitola |