Iyyoob 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀዮስ ሴጠናን፣ “አት ኤሳ ዹፍቴ?” ጄዼ። ሴጠንስ፣ “አን ለፈ ሁንደረ ጆራ፣ አሲፊ አችስ ዴዴብኣ ቱሬን ዹፌ” ጄዼ ዋቀዮፍ ዴብሴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo,<<Ati eessaa dhufte?>> jedhee, Seexana in gaafate; Seexanni immoo,<<Lafa irra asii fi achi, olii fi gad deddeebi'aa tureen dhufa>> jedhee Waaqayyoof deebii in kenne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqayyos seexanaan, “Ati Eessaa dhufte?” jedhe. Seexannis, “Ani lafa hunda irra jooraa, asii fi achis deddeebiʼaa tureen dhufe” jedhee Waaqayyoof deebise. Viz kapitola |