Iyyoob 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ጋፍ ቶኮ ዬሮ ኤርገሞትን ዋቀዮ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዽኣቹፍ ዹፈንት ሴጠንስ እሳን ወጅን ዹፌ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Gaaf tokko warri waaqa irraa <<Ilmaan Waaqayyoo>> jedhaman fuula Waaqayyoo duratti argamuudhaaf in dhufan; Seexannis isaan gidduutti in argame*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Gaaf tokko yeroo ergamoonni Waaqayyoo fuula Waaqayyoo duratti dhiʼaachuuf dhufanitti Seexannis isaan wajjin dhufe. Viz kapitola |