Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ኤርገ ዬሮን ጭዸ ሰና ራወተሜ ቦዴ እዮብ እት ኤርጌ እጆሌሳ ዋምስሱዻን፣ “ተሪ እጆሌንኮ ጩቡ ሆጄተኒ ገራሳኒትስ ዋቀ አባረኒሩ ተአ” ጄዼ ገነመ በሪ ዋኤ ቶኮ ቶኮሳኒቲፍ ኣርሳ ጉበሙ ዽኤሱዻን እሳን ቁልቁሌሰ ቱሬ። እዮብ ዬሮ ሁንደ ዋን ከነ ጎዸ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Yeroon nyaachisa isaanii yommuu raawwatamu, Iyoob,<<Ijoolleen koo yaada isaaniitti Waaqayyoon yakkanii, isa arrabsaniiru ta'a>> jedhee waan yaaduuf, ganama obboroodhaan ka'ee ijoollee isaa geessee, akka lakkoobsa ijoollee isaa hundumaatti qalma gubamu in dhi'eessa, isaan in qulleessas ture; kanas yeroodhuma yerootti in hojjeta ture.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Erga yeroon cidha sanaa raawwatamee booddee Iyyoob itti ergee ijoollee isaa waamsisuudhaan, “Tarii ijoolleen koo cubbuu hojjetanii garaa isaaniittis Waaqa abaaraniiru taʼa” jedhee ganama barii waaʼee tokkoo tokkoo isaaniitiif aarsaa gubamu dhiʼeessuudhaan isaan qulqulleessa ture. Iyyoob yeroo hunda waan kana godha ture.

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy