Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እልማንሳስ መነሳኒት ደበሬ ደበሬዻን ጭዸ ቆጴሰኒ አከ እሳን ወጅን ኛተኒ ዹገኒፍ ኦቦሌቶተሳኒ ሰደን አፌሩ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Ilmaan namichaa darabee darabeedhaan mana mana isaaniitti nyaachisa waliif in godhu; obboleettonni isaanii sadanis isaanii wajjin nyaatanii akka dhuganiif erganii in waamsisu turan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Ilmaan isaas mana isaaniitti dabaree dabareedhaan cidha qopheessanii akka isaan wajjin nyaatanii dhuganiif obboleettota isaanii sadan affeeru ture.

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy