Iyyoob 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አከሱመስ ሆሎተ ኩመ ቶርበ፣ ጋለ ኩመ ሰዲ፣ ቆትዮ ጭምዲ ዽበ ሸኒፊ ሀሮተ ዽበ ሸን፣ ተጃጅልቶተ ሄዱስ ቀበ ቱሬ፤ እንስ ነሞተ ብየ በአ ቢፍቱ ጅራተን ሁንደ ኬሳ ነመ ጉዳ ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Akkasumas hojjetoota sonaan baay'ee, hoolota kuma torba, gaalota kuma sadii, qotiyyoo cimdii dhibba shanii fi harroota dhaltuu dhibba shan qaba. Namoota gara ba'a-biiftuu jiraatan hundumaa keessaa inni nama guddaa ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 akkasumas hoolota kuma torba, gaala kuma sadii, qotiyyoo cimdii dhibba shanii fi harroota dhibba shan, tajaajiltoota hedduus qaba ture; innis namoota biyya Baʼa Biiftuu jiraatan hunda keessaa nama guddaa ture. Viz kapitola |