Iyyoob 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ወንቶተ ከኔን ሁንደ ኬሰት እዮብ ሆጂ ዶጎጎራቲን ዋቀ ህመቹዻን ጩቡ ህንሆጄትኔ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Kana hundumaa keessaa Iyoob hin yakkine,<<Dabaa hojjette>> jedhees Waaqayyoon hin hadheessine. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Wantoota kanneen hunda keessatti Iyyoob hojii dogoggoraatiin Waaqa himachuudhaan cubbuu hin hojjenne. Viz kapitola |