Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ዬሮ ከነትስ ቡቤ ሀማን አከ ተሳ ገሞጂዻ ከኤ ጎሌ መነ ሰና አፍረን ዸኤ፤ መን ሱንስ እሳንረት ጅጌ ዹመን፤ አነ ቆፈቱ ምልቄ ስት ህሙፍ ዹፌ!”

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 kunoo, qilleensi jabaan tokko lafa onaatii dhufee, golee manichaa arfan in rukute; yommus manichi ijoollota irratti in jige, ijoollonnis in dhuman; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe>> jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 yeroo kanattis bubbee hamaan akka tasaa gammoojjiidhaa kaʼee golee mana sanaa afran dhaʼe; manni sunis isaan irratti jigee dhuman; ana qofatu miliqee sitti himuuf dhufe!”

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy