Iyyoob 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኡቱመ እን ዱበቻ ጅሩ ኤርገማን ብራ ዹፌ አከነ ጄዼን፤ “እልማኒፊ እንተለንኬ መነ ኦቦሌሰሳኒ እሰ ሀንገፋት ኛቻ፣ ዳዺ ወይኒ ዹጋ ቱረን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Inni kunis immoo dubbatee utuu afaanii hin fixin, kan biraa tokkos immoo dhufee,<<Ilmaan kee fi intaloonni kee mana obboleessa isaanii isa angafaatii nyaachaa, daadhii wayniis dhugaa turan; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Utuma inni dubbachaa jiruu ergamaan biraa dhufee akkana jedheen; “Ilmaanii fi intallan kee mana obboleessa isaanii isa hangafaatti nyaachaa, daadhii wayinii dhugaa turan; Viz kapitola |