Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ኡቱመ እን ዱበቻ ጅሩ ኤርገማን ብራ ዹፌ፣ “እብድ ዋቃ ሰሚዻ ቡኤ ሆሎታፊ ተጃጅልቶተ ጉቤ ፍጤ፤ አነ ቆፈቱ ምልቄ ስት ህሙፍ ዹፌ!” ጄዼ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Utuu inni dubbatee afaanii hin fixin, namni biraa tokko ergamee dhufee,<<Ibiddi Waaqayyo biraa bantii waaqaa keessaa gad bu'ee hoolotaa fi hojjetoota gubee in fixe; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe>> jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Utuma inni dubbachaa jiruu ergamaan biraa dhufee, “Ibiddi Waaqaa samiidhaa buʼee hoolotaa fi tajaajiltoota gubee fixe; ana qofatu miliqee sitti himuuf dhufe!” jedhe.

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy