Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ብየ ኡዝ ጄዸሙ ኬሰ ነመ እዮብ ጄዸሙ ቶኮቱ ቱሬ። ነምች ኩንስ ነመ ህርእነ ህንቀብኔፊ ቀጄላ፣ ነመ ዋቀ ሶዳቱፊ ሀምነራ ፈጋቴ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Namni maqaan isaa <<Iyoob>> jedhamu tokko biyya Uz keessa ture; namni kun hir'ina kan hin qabne, nama yaada qajeelaa, nama Waaqayyoon sodaatu, hamaa irraas kan gore ture*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Biyya Uuzi jedhamu keessa nama Iyyoob jedhamu tokkotu ture. Namichi kunis nama hirʼina hin qabnee fi qajeelaa, nama Waaqa sodaatuu fi hammina irraa fagaate ture.

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:1

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy