Ibroota 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አት ቀጄሉማ ጃለቴ፤ ጀልእነሞ ንጅብቴ፤ ከናፉ ዋቀዮ ዋቅንኬ ዘይቲ ገመቹቲን ስ ድቤ፣ ህርዮተኬ ስጫልችሴ።” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ati qajeelina jaallattee jal'ina jibbite; kanaaf Waaqayyo kee, waaqayyichatu si dibee, dibata gammachuu kanaanis warra sii wajjin jiran irra si caalchise? jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ati qajeelummaa jaallatte; jalʼina immoo ni jibbite; kanaafuu Waaqayyo Waaqni kee zayitii gammachuutiin si dibee, hiriyoota kee si caalchise.” Viz kapitola |