Online Bible

- Reklamy -




Ibroota 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 እልም ጨለቅሰ ኡልፍነ ዋቃት፤ ኤኙማ ዋቃስ አኩመ ጅሩት ሙልእሰ፤ ዱቢሳ ሁምነ ቀቤሰ ሰናንስ ዋን ሁንደ ህርክሴ ባተ። እንስ ኤርገ ጩቡኬኘ ኑራ ቁልቁሌሴ ቦዴ ሰሚረ ምርገ ዋቀ ኡልፍነ ቀቤሰ ሰና ታኤ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Ifni ulfina Waaqayyoo isa irraa in calaqqisa, Waaqayyo akkuma jirutti isaan in mul'ata; dubbii isaa isa humna-qabeessaanis waan uumame hundumaa in baata. Inni cubbuuttii qulleeffamuu erga argachiisee booddee, ol gubbaa mirga isa surra-qabeessaa dhaqee in taa'e*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Ilmi calaqqisa ulfina Waaqaa ti; eenyummaa Waaqaas akkuma jirutti mulʼisa; dubbii isaa humna qabeessa sanaanis waan hunda hirkisee baata. Innis erga cubbuu keenya nurraa qulqulleessee booddee samii irra mirga Waaqa ulfina qabeessa sanaa taaʼe.

Viz kapitola kopírovat




Ibroota 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy