Ibroota 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 በረ ዹማ ከነ ኬሰ ገሩ እልመሳ ከን እን ዻልቱ ዋን ሁንዱማ ጎዼ ሙዴን ኑት ዱበቴ፤ እሱማንስ አዱኛወን ኡሜ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Guyyoota bara isa dhumaa kanatti immoo ilma isaatiin nutti dubbate; Waaqayyo ilma isaa kanaan waaqaa fi lafa uume; waan hundumaas harka isaatti kennuuf isa dhaabe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 bara dhumaa kana keessa garuu Ilma isaa kan inni dhaaltuu waan hundumaa godhee muudeen nutti dubbate; isumaanis addunyaawwan uume. Viz kapitola |