Hooseʼaa 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከነረት ዋቀዮ ሆሴኣቲን አከነ ጄዼ፤ “አን ሰበቢ ዺገ ይዝርኤል ኬሰት ዸንገለኤ ሰናቲፍ ደፌ መነ ዬሁ ዋነን አደቡፍ ይዝርኤል ጄዺ እሰ ሞጋስ፤ አን ሞቱማ እስራኤል ነንበሌሰ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yommus Waaqayyo, << <Yizre'el>> jedhii moggaasi! Yeroo gabaabduu booddee sababii dhiiga Yizre'elitti dhangala'eef mana Yehuu nan adaba; mootummaan Israa'elis kanumaan akka raawwatu nan godha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kana irratti Waaqayyo Hooseʼaatiin akkana jedhe; “Ani sababii dhiiga Yizriʼeel keessatti dhangalaʼe sanaatiif dafee mana Yehuu waanan adabuuf Yizriʼeel jedhii isa moggaasi; ani mootummaa Israaʼel nan balleessa. Viz kapitola |