Hooseʼaa 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ከናፉ እን ዸቄ ጎሜር እንተለ ድብላዪም ፉዼ፤ እሼንስ ኡልፎፍቴ እልመ ዴሴፍ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana irratti inni dhaqee Gomeerin intala Diiblaayim fuudhe; isheen ulfooftee ilma in deesseef. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Kanaafuu inni dhaqee Goomer intala Diblaayiim fuudhe; isheenis ulfooftee ilma deesseef. Viz kapitola |