Hooseʼaa 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 “ተኡስ እስራኤል አኩመ ጭረቸ ቀርቀረ ገላና ከን መዳለሙ ዮካን ሄደሙ ህንደንደአምኔ ተአ። እሳን እዶዹመ እት፣ ‘እስን ሰበኮ ምት’ እሳኒን ጄዸሜ ሰነት፣ ‘እልማን ዋቀ ጅራታ’ ጄዸመኒ ንዋመሙ። Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 “Taʼus Israaʼel akkuma cirracha qarqara galaanaa kan madaalamuu yookaan hedamuu hin dandaʼamnee taʼa. Isaan iddoodhuma itti, ‘Isin saba koo miti’ isaaniin jedhame sanatti, ‘Ilmaan Waaqa jiraataa’ jedhamanii ni waamamu. Viz kapitola |