Hooseʼaa 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዱቢን ዋቀዮ ከን በረ ኡዝያን፣ ዮታም፣ ኣሃዚቲፊ ህስቅያስ ሞቶተ ይሁዳ ኬሰ፣ አከሱመስ በረ ዬሮብኣም እልመ ዮኣሽ ሞትቸ እስራኤል ኬሰ ገረ ሆሴኣ እልመ ብኤር ዹፌ ከናዸ፦ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Kun dubbii Waaqayyoo isa bara Uziyaa, Yotaam, Ahaaz, Hisqiyaasis tarreetti biyya Yihudaa irratti mo'anii, Yerobi'aam ilmi Yeho'aash immoo biyya Israa'el irratti mo'etti, gara Hose'a ilma Beriit dhufee dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Dubbiin Waaqayyoo kan bara Uziyaan, Yootaam, Aahaaziitii fi Hisqiyaas mootota Yihuudaa keessa, akkasumas bara Yerobiʼaam ilma Yooʼaash mooticha Israaʼel keessa gara Hooseʼaa ilma Biʼeer dhufe kanaa dha: Viz kapitola |