Hojii 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ወን ኩንስ ዋን ኤርገ ዬሱስ ኤርገሞተ ፍለቴ ሰናፍ ከራ ሀፉረ ቁልቁሉቲን አጀጀ ኬኔ ቦዴ ሀመ ጋፈ እን ሰሚት ኦል ፉዸተሜት ተኤዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kunis immoo jalqaba isaatii kaasee, hamma guyyaa inni ergamoota isaa warra fo'ate hafuura qulqulluudhaan abboomee, gara waaqaatti ol fudhatametti kan ta'ee dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Wanni kunis waan erga Yesuus ergamoota filate sanaaf karaa hafuura qulqulluutiin ajaja kennee booddee hamma gaafa inni Samiitti ol fudhatameetti taʼee dha. Viz kapitola |