Haagee 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ቱሉት ኦል በኣ፤ ሙከ ፍዳ፤ መንቸ እጃራ፤ አንስ እሰት ነንገመደ፤ ነንከበጀመስ” ጄዸ ዋቀዮ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Amma gara tulluutti ol ba'aa muka fidaatii, mana qulqullummaa koo ijaaraa! Yommus ani isatti nan gammada, ittis nan galateeffama. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Tulluutti ol baʼaa; muka fidaa; manicha ijaaraa; anis isatti nan gammada; nan kabajamas” jedha Waaqayyo. Viz kapitola |