Haagee 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኩንስ በረ ዳርዮስ ሞትቻ ኬሳ ወጋ ለመፋት፣ ቡልቲ ድግደሚ አፉረፋ ጅአ ጀአፋት ተኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Kun immoo Daariyos mo'ee waggaa lammaffaa isaatti, waggicha keessaa, ji'a ja'affaatti, ji'icha keessaas guyyaa digdamii afuraffaatti ta'e. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 kunis bara Daariyoos mootichaa keessaa waggaa lammaffaatti, bultii digdamii afuraffaa jiʼa jaʼaffaatti taʼe. Viz kapitola |