Haagee 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አከሲን ዋቀዮ ሀፉረ ዘሩባቤል እልመ ሼአልቲኤል ቡልቻ ይሁዳ፣ ሀፉረ እያሱ እልመ ዬሆዛዳቅ ሉብቸ ኦል ኣናቲፊ ሀፉረ ሀምባ ኡመተ ሁንዳ ከካሴ። እሳንስ ዹፈኒ መነ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ፣ መነ ዋቀሳኒ እጃሩ ጀልቀበን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Ergasii Waaqayyo hafuura Zarubaabel ilma She'altii'el isa Yihudaa bulchuu, hafuura Iyaasuu ilma Yozaadaaq isa angafa lubaa turee fi hafuura saba warra hafan hundumaa in dammaqse; yommus isaan dhufanii hojii mana qulqullummaa Waaqayyo isaanii isa kan Waaqayyo gooftaa maccaa sana hojjechuu in jalqaban. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Akkasiin Waaqayyo hafuura Zarubaabel ilma Sheʼaltiiʼeel bulchaa Yihuudaa, hafuura Iyyaasuu ilma Yehoozaadaaq lubicha ol aanaatii fi hafuura hambaa uummata hundaa kakaase. Isaanis dhufanii mana Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼuu, mana Waaqa isaanii ijaaruu jalqaban; Viz kapitola |