Online Bible

- Reklamy -




Haagee 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ዘሩባቤል እልም ሼአልቲኤል፣ እያሱን እልም ዬሆዛዳቅ ሉብች ኦል ኣናኒፊ ሀምባወን ኡመታ ሁንድ ሰገሌ ዋቀዮ ዋቀሳኒቲፊ ኤርጋ ሃጌ ራጅቻቲፍ አጀጀመን፤ ዋቀዮ ዋቅንሳኒ እሰ ኤርጌራቲ። ኡመትንስ ዋቀዮን ሶዳቴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Ergasii Zarubaabel ilmi She'altii'el, Iyaasuun angafni lubaa, ilmi Yozaadaaq, saba keessaa warri hafan hundinuus Waaqayyo raajicha waan ergeef, sagalee Waaqayyo gooftaa isaaniitiif, ergaa Haagee raajichi isaanitti hime sanaafis in abboomaman; jarris Waaqayyoon in sodaatan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Zarubaabel ilmi Sheʼaltiiʼeel, Iyyaasuun ilmi Yehoozaadaaq lubichi ol aanaanii fi hambaawwan uummataa hundi sagalee Waaqayyo Waaqa isaaniitii fi ergaa Haagee raajichaatiif ajajaman; Waaqayyo Waaqni isaanii isa ergeeraatii. Uummannis Waaqayyoon sodaate.

Viz kapitola kopírovat




Haagee 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy