Haagee 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አንስ ለፈ ቆቲሳፊ ቱሉወኒት፣ ምዻኒፊ ዳዺ ወይኒ ሃራት፣ ዘይቲፊ ዋን ለፍት ኬንቱ ሁንደት፣ ነማፊ ሎንት፣ ሆጂ ደዸቢ ሀርከኬሰኒትስ ሆንጌ ዋሜረ።” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 ani lafa irratti, tulloota irratti, midhaan irratti, muka waynii irratti, muka ejersaa irratti, waanuma lafti biqilchu irratti, nama irratti, horii irratti, wanta harki keessan hojjete hundumaa irrattis gogii nan fida>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Anis lafa qotiisaa fi tulluuwwaniitti, midhaanii fi daadhii wayinii haaraatti, zayitii fi waan lafti kennitu hundatti, namaa fi loonitti, hojii dadhabbii harka keessaniittis hongee waameera.” Viz kapitola |