Fiilmoonaa 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ያ ኦቦሌሰ፣ ዋን አት ገራ ቁልቁሎታ ቀበኔስቴፍ ጃለልኬ ገመቹፊ ጀጀብነ ጉዳ ና ኬኔረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Yaa obboleessa ko, ati warra Waaqayyoof qulqullaa'an garaa ciibsiteetta; kanaanis ani jaalala kee keessaa gammachuudhaaf jajjabina baay'ee argadheera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Yaa obboleessa, waan ati garaa qulqullootaa qabbaneessiteef jaalalli kee gammachuu fi jajjabina guddaa naa kenneera. Viz kapitola |