Online Bible

- Reklamy -




Fiilmoonaa 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 አን አከ አት ዋኤ ዋን ጋሪ ኑ ክርስቶሲን ቀብኑ ሁንዱማ ሁበትና ጉቱ ቀባቴ አመንቲኬ ነማን ገኡፍ ጀባቱ ነንከዸዸ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Wanta gaarii ta'ee nu keessatti Kristosiif hojjetu hundumaa hubattee, hojii amantii keessaa hirmaachuu kee caalaa akka mul'iftuuf nan kadhadha*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Ani akka ati waaʼee waan gaarii nu Kiristoosiin qabnu hundumaa hubannaa guutuu qabaattee amantii kee namaan gaʼuuf jabaattu nan kadhadha.

Viz kapitola kopírovat




Fiilmoonaa 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy