Online Bible

- Reklamy -




Fiilmoonaa 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አን ዋኤ አመንቲኬ ከን አት ጎፍታ ዬሱስት ቀብዱፊ ዋኤ ጃለለኬ ከን አት ቁልቁሎተሳ ሁንዳፍ ቀብዱ ነንዸገኣቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Jaalalaa fi amantii ati gooftaa Yesusii fi, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis qabdu dhaga'eera*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 ani waaʼee amantii kee kan ati Gooftaa Yesuusitti qabduu fi waaʼee jaalala kee kan ati qulqulloota isaa hundaaf qabduu nan dhagaʼaatii.

Viz kapitola kopírovat




Fiilmoonaa 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy