Fiilmoonaa 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ከነ መሌስ አን ከዸትናኬሰኒን አከን እስኒፍ ኬነሙ ዋነን አብደዹፍ መነ ቦቆና ና ቆጴስ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Achumaan immoo kadhata keessaniin Waaqayyo isiniif na kenna jedhee waanan abdadhuuf, iddoo buufataa anaaf qopheessi*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Kana malees ani kadhannaa keessaniin akkan isiniif kennamu waanan abdadhuuf mana boqonnaa naa qopheessi. Viz kapitola |