Fiilmoonaa 1:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 አከ አት ዋን አን ስ ከዸዹ ጫላ ና ጎቱ ቤኩዻን አጀጀሙኬ አመነዼ ሲፈን በሬሰ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Waan ani sitti himu irra caalchiftee hojjechuu kee beekee, abboomamuu kees amanadhee, kana siif caafeera. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Akka ati waan ani si kadhadhu caalaa naa gootu beekuudhaan ajajamuu kee amanadhee siifan barreessa. Viz kapitola |