Online Bible

- Reklamy -




Fiilmoonaa 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 አን ጳዉሎስ ሲፈን ከፈለ ጄዼ ሀርኩመኮቲን በሬሴረ። አከ አት መታንኬዩ ከንኮ ታቴ አን ሆማ ስት ህንህሙ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Ani Phaawulos ?Gatii isa irraa qabdu siifan baasa? jedhee kana harka kootiin caafuu koo ti; kana malees oolchaa kootiif akka ati ofii kee gatii gootee anaaf baasuun si irra jiru sitti himuu ana hin barbaachisu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Ani Phaawulos siifan kaffala jedhee harkuma kootiin barreesseera. Akka ati mataan kee iyyuu kan koo taate ani homaa sitti hin himu.

Viz kapitola kopírovat




Fiilmoonaa 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy