Fiilmoonaa 1:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤጋ አት ዮ አከ ምቹኬቲት ነ እላልቴ አኩመ ነ ስመቱት እሰስ ስመዹ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Ammas ani hidhata kee ta'uu koo kan yaaddu erga ta'ee, ana akka na simtutti Oneesimosin simadhu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Egaa ati yoo akka michuu keetiitti na ilaalte akkuma na simatutti isas simadhu. Viz kapitola |