Fiilmoonaa 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ተሪ እን ዬሮ ገባባፍ ሲን ገርገር በኡንሳ አከ አት ዴብፍቴ እሰ ስመቴ ሀመ ዹማት ኦፍ ብረ ቱርስቱፍ ተአ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Tarii yeroodhaaf si irraa gargar ba'uun isaa yeroo hundumaa ati akka isaa wajjin haftuuf ta'a. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Tarii inni yeroo gabaabaaf siin gargar baʼuun isaa akka ati deebiftee isa simattee hamma dhumaatti of bira tursituuf taʼa; Viz kapitola |