Fiilmoonaa 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን ገሩ ጋሩማንኬ ኡቱ ድርቀማን ህንተእን ፌዺዻን አከ ተኡፍ ዋኑመ ቶኮሌ ኤየመኬ መሌ ጎቹ ህንበርባድኔ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Garuu hojii gaariin ati hojjettu giddiidhaan utuu hin ta'in fedha garaa keetiitiin akka ta'uuf, yaada kee duuba ani waan tokko illee gochuu hin jaallanne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani garuu gaarummaan kee utuu dirqamaan hin taʼin fedhiidhaan akka taʼuuf waanuma tokko illee eeyyama kee malee gochuu hin barbaanne. Viz kapitola |