Fiilmoonaa 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አን ዬሮን ወንጌላፍ ህዸሜት እን እዶኬ ቡኤ አከ ነ ተጃጅሉፍ ኦፍ ብረት እሰ ሀምብፈቹ በርባዴን ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ani illee wangeelaaf jedhee yeroo ani hidhamee jiru kanatti, qooda kee akka inni anaaf hojjetuuf of bira tursiisuu barbaadeen ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ani yeroon wangeelaaf hidhametti inni iddoo kee buʼee akka na tajaajiluuf of biratti isa hambifachuu barbaadeen ture. Viz kapitola |