Fiilmoonaa 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ ክርስቶስ ዬሱሲፍ ጄዼ ህዸሜፊ ኦቦሌሰኬኘ ጢሞቴዎስራ። ገረ ፊልሞና እሰ ጃለተማፊ ሆጄታ ህዸተኬኘ ተኤ ሰናት፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos, Kristos Yesusiif jedhee hidhamee utuun jiruu, Ximotewos obboleessa keenyaa wajjin, gara Filemon jaallatamaa hojiittis hidhata keenya ta'eetti*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa Kiristoos Yesuusiif jedhee hidhamee fi obboleessa keenya Xiimotewos irraa, Gara Fiilmoonaa isa jaallatamaa fi hojjetaa hidhata keenya taʼe sanaatti; Viz kapitola |