Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ጡራኡማንሼ ወንደቦሼት መጠኔ፤ እሼን ዋን ገረ ዱራት እት ዹፉ ህንያድኔ፤ ኩፋቲንሼ ነመ ርፈቺሰ፤ ከን እሼ ጀጀቤሱ ቶኮዩ ህንጅሩ ቱሬ። “ያ ዋቀዮ ረክነኮ እላል፤ ዲን ሞአቴራቲ!”

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Xuraa'ummaan isaanii uffata isaaniitti qabatee jira, isaan akkas akka ta'an hin beekan turan; kufaatiin isaanii guddaa nama jibbisiisa, namni isaan jajjabeessus hin argamne; kana irraa kan ka'ees, <<Diinni mo'umsa waan argateef, yaa Waaqayyo, dhiphina keenya ilaali!>> in jedhu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Xuraaʼummaan ishee wandaboo isheetti maxxane; isheen waan gara duraatti itti dhufu hin yaadne; kufaatiin ishee nama rifachiisa; kan ishee jajjabeessu tokko iyyuu hin jiru ture. “Yaa Waaqayyo rakkina koo ilaali; diinni moʼateeraatii!”

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy