Faaruu 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዬሩሳሌም አከ መሌ ጩቡ ሆጄቴ፤ አከሲንስ ጡሮፍቴ። ወር ኡልፍነ ኬነኒፊ ቱረን ሁንድ እሼ ቱፈተን፤ እሳን ቁላት ሀፉሼ አርገኒሩቲ፤ እሼን መታንሼ ጉንጉምቴ ኦፍረ ገረ ገልት። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Sabni Yerusaalem cubbuu guddaa in hojjetan, in xuraa'anis; warri dur ulfina isaaniif kennaa turan, amma salphina isaanii arganii isaan in tuffatu; isaanis yeella'anii achi gara galanii in aadu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yerusaalem akka malee cubbuu hojjette; akkasiinis xuroofte. Warri ulfina kennaniifii turan hundi ishee tuffatan; isaan qullaatti hafuu ishee arganiiruutii; isheen mataan ishee guungumtee of irra garagalti. Viz kapitola |