Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 በሮተ ረክናፊ አሲ አች ጆሩሼ ኬሰ ዬሩሳሌም ቀቤኘ በረ ዱሪ ከንሼ ቱሬ ሁንደ ንያደት። ዬሮ ነሞትንሼ ሀርከ ዲና ሴነንት ነምን እሼ ገርጋሩ ቶኮዩ ህንቱሬ። ዲኖትንሼ እሼ እላለኒ በዲሰሼት ኮልፈን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Yerusaalem yeroo rakkatee joortetti, wanta gaarii dur qabdi turte hundumaa in yaadatte; sabni ishee harka diinaa keessa yommuu bu'e, namni ishee gargaaru tokko illee hin argamne; diinonni ishee ishee arganii badiisa isheetti in kolfan*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Baroota rakkinaa fi asii achi jooruu ishee keessa Yerusaalem qabeenya bara durii kan ishee ture hunda ni yaadatti. Yeroo namoonni ishee harka diinaa seenanitti namni ishee gargaaru tokko iyyuu hin turre. Diinonni ishee ishee ilaalanii badiisa isheetti kolfan.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy