Faaruu 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እንተለ ጥዮንራ ሚዸግን ሁንድ ፉዸተሜረ። እልማን ሞቶተሼ አኩመ ገደምሰ ለፈ ዼዳ ዸቤ ተአኒሩ፤ እሳን ደዸቢዻን ፉለ ወረ እሳን አርአኒ ዱረ በቀተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Ulfinni ishee ishee irraa in sokke, gurguddoonni ishee akka borofa iddoo dheedichaa hin qabneetti, humna dadhabbiitiinis warra isaan ari'an jalaa in baqatu; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Intala Xiyoon irraa miidhaginni hundi fudhatameera. Ilmaan mootota ishee akkuma gadamsa lafa dheedaa dhabee taʼaniiru; isaan dadhabbiidhaan fuula warra isaan ariʼanii dura baqatan. Viz kapitola |