Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አመጃጆንሼ ጎፍቶተሼ ተአኒሩ፤ ዲኖተሼት ቶሌረ። ሰበቢ ጩቡሼ ባይኤ ሰናቲፍ ዋቀዮ ገደ እት ፍዴረ። እጆሌንሼ ፉዸተመኒ ዴመኒሩ፤ ፉለ አመጃጆተሼ ዱረት ቦጅአመኒሩ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Diinonni ishee ishee irratti gooftomanii, ofii isaaniitii qannootti in jiraatu; Waaqayyo baay'ina irra-daddarbaa saba isheetiif jedhee, iddoo rakkinaa ishee in godhe; namoonni ishee diinotaan booji'amanii biyyaa in baafaman.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Amajaajonni ishee gooftota ishee taʼaniiru; diinota isheetti toleera. Sababii cubbuu ishee baayʼee sanaatiif Waaqayyo gadda itti fideera. Ijoolleen ishee fudhatamanii deemaniiru; fuula amajaajota ishee duratti boojiʼamaniiru.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy